Preface
Read
+
Publisher
Nainoia, Inc.
PO Box 462, Bellefonte, PA 16823
(814) 470-8028
Nainoia Inc, Publisher
LinkedIn/NAINOIA-INC
Third Party Publisher Resources
Request Custom Formatted Verses
Please contact us below
Submit your proposed corrections
I understand that the Aionian Bible republishes public domain and Creative Commons Bible texts and that volunteers may be needed to present the original text accurately. I also understand that apocryphal text is removed and most variant verse numbering is mapped to the English standard. I have entered my corrections under the verse(s) below. Proposed corrections to the New Orormo Contemporary Version, Psalms Chapter 129 https://www.AionianBible.org/Bibles/Oromo---New-World/Psalms/129 1) Faarfannaa ol baʼuu. Israaʼel akkana haa jedhu; “Isaan dargaggummaa kootii jalqabanii akka malee na cunqursaniiru; 2) isaan dargaggummaa kootii jalqabanii akka malee na cunqursaniiru; garuu na hin moʼanne. 3) Warri qootiisa qotan dugda koo qotan; boʼoo isaaniis ni dheeressan. 4) Waaqayyo garuu qajeelaa dha; funyoo jalʼootaa gargar kukkuteera.” 5) Warri Xiyoonin jibban hundinuu, qaaniidhaan duubatti haa deebiʼan. 6) Isaan akka marga bantii manaa irraa kan utuu hin guddatin goguu haa taʼan; 7) namichi haamu qabaa isaa guuttachuu, yookaan namichi walitti qabu bissii isaa guuttachuu hin dandaʼu. 8) Warri achiin darban, “Eebbi Waaqayyoo isiniif haa taʼu; maqaa Waaqayyootiin isin eebbifna” isaaniin hin jedhin. Additional comments?
Refresh Captcha
The world's first Holy Bible un-translation!